Huji Ergattu 12:17 - KITAABA WAAQA17 Ammo inni harkaani akheekhe, Ch'allisa jed'eeni; duuba aka Aabbooni hid'aansa keesaa isa baase worrati hime. Ammalle waan worraani jed'e, Beena, waan kana Yakobofi oboleyaani taaniti hima. Inni duuba ufi kae gara d'ibi d'aqe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |