Huji Ergattu 11:18 - KITAABA WAAQA18 Waan kana d'ageennaani dubbi isaa quufani, Waaqa faarsani waan jed'ani, Waaqi gosa d'ibile ya daba iraa deebise jireenna kenneefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Isiini haga jiru jireenna teesani taati. Nami gosa d'ibi ka isani woliini godaanu, ka ilmaani isani asi d'alateleeni, hojja isani lafa qoodattani worrileeni qooda lafaa argachu male. Worra suni akuma worra Israeliti hereguu malani, duuba worrileeni worra Israeli woliini hit'a buufate, qooda lafa argachuu male.