Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Huji Ergattu 10:42 - KITAABA WAAQA

42 Inni nuti d'aame aka nama barsiimne d'ugeesinu, aka nami Waaqi fohate isuma, ka dubbi nama jiruufi ka duele qoru.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Huji Ergattu 10:42
24 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

anini oboleyaani shani qaba; inni ha deeme worra gorsuti, aka worri fulla tiyya ta gaargala tana ind'umne.


Wonti akanatiifi Ilmi Nama akuma duri hereganiifi deema; ammo gaargala nama isa gurguruti.


haga inni gubbati oldeebie. Ato gubbati oliindeebiini, inni jabeenna Lubbu Qulqullotiini jara qara fohate ergattu tolfateti d'aame.


Ammo eegi Lubbuuni Qulqullooni isani ira buute jabeenna argattani, Yerusalemufi Yudeafi Samaria keesafi haga muumme lafale ch'ufa na d'ugeesitani.


Inni ya guyya tolfate, aka nama lafa jiru ch'ufa d'ugaani qoru, nama inni fohateeni. Inni ya nama kana duisa keesaa kaase, waan kana kara kanaani nama ch'ufaa d'ugeese.


Ato Pauloni tae waan d'ugaatifi ka obsaatifi ka qorsuma hegeri d'uftu dubbatu, Felikini sodaate waan jed'e, amma beeni, yo isiini naa fuute si yaama.


Beena, Mana Waaqa d'aqa, dubbi jireenna hareesa kana hasaa, nama barsiisa.


Duuba Odu Dansa anini odeesu gula, wonti kunini guyya Waaqi, maro Yeso Kristotiifi, waan garaa nama keesa jiru qoru taati.


Nuuni ch'ufti Kristo dura eju malle, aka inni dubbi teenna qore, nami ch'ufti waan argachu male argatu, waan inni nafaani tolche gula, hamtuufi dansale.


Anini fuula Waaqatiifi ka Kristo Yeso, ka nama ch'ufa ka duefi ka jirule qoru durati si kad'ad'a: maro d'ufiisafi Finna isaatiifi,


Amma galata dabsachaati na eegata, ammo sure d'ugaa ta Aabbooni jaallabi d'ugaa guyya suni naa kennuti na eegata, na ch'allaaniti ammo worra jaalalaani d'ufiisa isaa eegu ch'ufa.


Ammo worri kunini ch'ufti waan qara tolche, Waaqa nama jiruufi ka duele qorisa kurfo jiru durati himachu male.


Me ilaali, inni dumansa keesa d'ufuu jira! Nami ch'ufti isa arga, jari duri isa woraaneleeni. Gochiti lafa ch'ufa maro isaatiifi booti. Ha akasuma taatu! Amini.


Yesoni waan jed'u, Ch'aqaaqasi! Anini d'iotu d'ufa! Nama ch'ufa waan inni tolche gula galata kennaafi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ