Hosea 9:1 - KITAABA WAAQA1 Worri Israeli, jila teesani aka worra Waaqa imbeenne intolfatina. Isani ya Waaqa keesani iraa gortani waaqa d'ibi gula yaatani. Fulla ch'ufa isani ya aka sharmut'a waaqa Baali jed'aniti ufi gurgurtani mid'aani waan inni isanii kennu seetanile jaalattani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nu waan, intolchina jenne kaani ch'ufa intolchina. Nu hit'aana waaqoota teenna hayyiti gubbati aarsine, daad'ile d'ibaayu baamnaafi, akuma nuufi ababoota teennafi hayyoota teennafi jaaroleeni teenna duri dira Yudatifi kara Yerusalemu keesati tolchine. Gaafasi nu guddo sagale qamna, horile guddo qamna, gaargali injiru.