Hosea 7:14 - KITAABA WAAQA14 Worri garaa tokooni na inkad'anne, ammo sire gubbati lafaani ufi d'ae, aka nama Waaqa imbeenne iyya. Ammalle hojja mid'aanifi daad'i Waaqa kad'atanile, ufi murani aka worra Waaqa imbeenne ufi tolchani, akasiini naraa gorani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |