4 Worri Israeli dubbi tana ee jed'e, worra akasi ch'ufa ufi keesaa baase.
Duuba hayyu Uziani haga jiru ch'ufa d'ukubuma hama aka qomaat'a sunini tae. Maro inni dandae deebie Mana Waaqa inseenefi, inni koba manati gale, jennaani ilmi isaa Yothamuni worra isaa fide lafale mohate.
kaate yaate, waan AABBO Waaqi Musafi Harunini tolcha jed'eeni ch'ufa tolchite.
Akanaani worri Israeli waan AABBO Waaqi Musafi Harunini jed'e tolche.
Worra qulqullo intahini kana ch'ufa gumi keesaa baasa, aka worri fulla anini gumi keesa tau int'ureesine.
AABBO Waaqi waan Musani jed'e,