8 Ammalle waan atini worra Israeli ch'ufaani jettu, Hojja nami ilma male due, ha dubarti isaa d'aaltuti.
Wonti dubriti Selofahadi kad'attu d'uga, Fiit'a abba isaani woliini qooda lafa kennifi aka worri waan isaa d'aalu.
Hojja inni dubrale inqamne oboleyaani isaa ha d'aaltuti.