1 Ee AABBO Waaqa, na baasi, hurrisi na qarqaari!
Ee AABBO Waaqa, anini ya ufi jibbaad'e hurrisi na ch'aqasi. Na duraa ind'okhatiini, nama due boola ekherati deemu tahu na d'owi.
Ee AABBO Waaqa, dallansu tante keesa wollaala nati murte na ingaargalchini!
Nati d'iaad'i na baasi, harka nyaapa kiyya keesaa na baasi.
Ee Waaqa, naraa imfagaatini; ee Waaqa kiyya, hurrisi kooti, na qarqaari!