Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Faaru 67:4 - KITAABA WAAQA

4 Gochiti ch'ufti ha gammadde sirbitu, waan atini d'uga gula nama qorte, gosa lafa keesa jirtu ch'ufa qajeelchitufi.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Faaru 67:4
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Atini nama ch'ubbu inqamne dandeete ka ch'ubbu qabu woliini inhobaaftu. Suni sii imfakaattu. Yo atini akasi tolchite, ka ch'ubbu qabuufi ka ch'ubbu inqamneleeni woliini hobaa. Wonti kunini diqole intaatu. Jaallabi lafa tana ch'ufaa waan d'uga intolchu?


Na kad'ad'i, anini gosa lafa keesa jirtu ch'ufa sii kenna. Lafti ch'ufti haguma geetunu tante taati.


Anini waan jed'e, Isani ch'ufti waaqa, ilmaani Waaqa guddaa.


Inni lafa ch'ufa qajeelumani fide, gosa ch'ufa d'ugaani mohata.


AABBO Waaqi Hayyu jed'a, gosa ch'ufaati odeesa! Lafa fulla iti uumani jirtu dandani inch'oosani; inni nama ch'ufa d'uga gula qora.


Wonti akanatiifi inni d'ufe lafa fida, inni gosa lafa keesa jirtu ch'ufa d'ugaafi qajeelumani fida.


Ee Yerusalemu, atini qara niiti maseena fakaata, ammo ammatana gammadi, kobli sirbi. Ammatana atini nad'eeni takaa d'iirsi illakisini ira ijoolle heddu d'alta!


Anini hayyufi abba duula isa tolche, irre tiyya isaani worra garsiise.


Geejibi gaalaa hedduuni ka lafa Midianitifi Efa d'ufe, worri Shebaleeni worqifi hit'aanaani d'ufe, odu dansa ta waan AABBO Waaqi tolche odeesani!


Inni ya guyya tolfate, aka nama lafa jiru ch'ufa d'ugaani qoru, nama inni fohateeni. Inni ya nama kana duisa keesaa kaase, waan kana kara kanaani nama ch'ufaa d'ugeese.


Ammo garaani kanke jaba hama. Tanaafi atini qorsuma tante, ta gaafa dalansufi qorsumaani Waaqa ta d'ugaa mullattule, iti darachu jirta.


Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Gammadi, niiti taka ilmaani ind'aliini! Iyi, qilit'ami, atini nami taka ch'ininfacha d'alisaa inargiini! Niitiini d'iirsi lakise niiti d'iirsa qabdu taani ira ilmaani d'alti.


Isani gochiti ch'ufti, gumi AABBO Waaqa faarsa; wonti akanatiifi inni nama worra ijeesu gaargalcha. Inni nyaapa ufi haalo baafate, daba gumi isaa ch'ufa araaramaafi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ