3 Worri afaani inqabu, yokhaani woma indubbatu, qonqo isaanile ind'agayani;
Ufi eegad'a aka ilaalacha keesa seentani waan gubbati gartani adu jia, yokhaani Urjiifa guddiftani kad'atani inhojanneefi. AABBO Waaqi keesani yayu waan kana biyya taani d'ibii kenne, aka worri kad'atu.