Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Faaru 108:3 - KITAABA WAAQA

3 Ee AABBO Waaqa, anini lafa ch'ufa keesa galata sii deebise, gosa ch'ufa keesa sii faarsa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Faaru 108:3
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gochiti ch'ufti AABBO Waaqa qaabate, fulla jirtu ch'ufa isati deebiti; nami gosa ch'ufa isa dura d'ufe kad'ata.


Anini waan atini tolchite gosa tiyyati hime gumi isaani durati si faarsa:


Ee lafa ch'ufa, AABBO Waaqa faarsa! Ee gosa ch'ufa, isaa faarsa!


Worra Israeli, sirba, qilit'ama! Garaa keesani ch'ufaani gammada, worra Yerusalemu!


Hojja guyyaani sunini d'ufu, anini nama keesani ka boojiani galche, lafa ch'ufa keesa maqa dansa isanii kenne, ammalle hormaata isanii deebisa. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.


AABBO Waaqi Hayyu jed'a, gosa ch'ufaati odeesa! Lafa fulla iti uumani jirtu dandani inch'oosani; inni nama ch'ufa d'uga gula qora.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ