Esta 2:3 - KITAABA WAAQA3 Duuba hojattu lafa tante, ta lafa atini fiddu ch'ufa keesa jirtu, qonqo iti ergi, aka worri dubra mimid'aadu barbaade mana kanke ka dubra taka imfuud'iini iti galchani dira gudda Shushani ke jiruuni d'ufu. Duuba dubra suni harka Hegai, namicha sangicha nad'eeni qorqoratuti kenni, aka qumbifi d'ad'ale kennaniifi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |