Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Efessoon 5:12 - KITAABA WAAQA

12 Yo waan worri d'ossaani tolchu hasaani waan ch'eeraati.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Efessoon 5:12
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Atini waan kana d'ossaani tolchite, ammo anini guyyuma guddaani, ka worri. Israeli ch'ufti argu, tolcha.


Bisaani hanna miao, qit'aani hannaleeni qit'a ch'ufa ira dansa.


Waaqi waan nu tolchinu, dansaafi hamtule, ta nu d'ossati tolchinule, inqora.


Nami tokoleeni dandae fulla tokoleti na duraa ind'okhatu. Isani aka anini fulla ch'ufa lafafi gubbale jiru imbeetani?


Duuba Odu Dansa anini odeesu gula, wonti kunini guyya Waaqi, maro Yeso Kristotiifi, waan garaa nama keesa jiru qoru taati.


Nama waan woma imbaane tolchu, ka dukana fed'u, lagad'a. Ammo waan suni diidati baasa.


Ammo wonti ifsati baasani ch'ufti aka dansa mullatti;


Maro isani gumi Waaqa taataniifi waan algaloomatiifi ka t'uritiifi ka sabdooma jiddu teesaniti maqale ind'aiina.


Wonti akanatiifi isani ya bara heddu waan worri Waaqa imbeenne tolchu tolchitani. Jireenna keesani keesa ya waan t'uritiifi d'araa nafatiifi d'ugaati farsotiifi sabdoomafi machifi kad'acha d'ara, ta waan harkaani boch'ani, gula yaatani.


Ammalle anini nama due, diqaafi guddale, ka barch'uma guddinna dura tatau arge. Kitaaba heddu banani ammalle toko d'ibile banani, kitaaba worra jiru. Worra qara due waan worri tolche gula qorani, akuma kitaaba keesati t'aafani.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ