9 Wonti isani ufi guddiftaniifi injirtu, wonti akanatiifi wonti kunini waan isani ufiini tolfattaniiniti.
Fohachaani isaa waan naasu isaati, waan worri ufiini tolfateeniti. Yo fohachaani Waaqa waan nami tolchu barbaadde, yoosi naasuuni isaa d'uganiti.
Nami tokoleeni maro waan Seeri fed'u tolchuufi Waaqa ira d'uga inargatu: Seeri aka nami daba tolchu ch'alla nama agarsiisa.
Yo sila inni waan tolcheefi d'uga Waaqa ira argate inni waan ufi guddisuufi inqaba. Ammo Waaqa durati ufi guddisu indandau.
Ammo Waaqi aka ilmaani lamaani tana keesa, hujiini isaa gurba tokooni guutamtu, gurba toko fohate waan haad'aani jed'e, Angafati maand'icha hojata. Waaqi maro waan dansa gurbaani tolcheefi isa infohanne ammo fed'uma ufitiifi fohate.
Tanaafi wonti nami tolchu yokhaani fed'u woma keesa injirtu, ammo naasu Waaqaati waan ch'ufa dura jira.
Inni nu baase, jireenna qulqullo iti nu yaame, maro nu waan dansa tolchinefiiniti, ammo maro fed'ifi eeba isaati. Inni eeba tana ato lafa inuumiini Kristo Yeso keesa nuu kenne,