Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Efessoon 2:22 - KITAABA WAAQA

22 Isa keesa isanile, nama d'ibi woliini, ijaaru jirani, aka mana Waaqi Lubbu ufitiini keesa tau taatani.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Efessoon 2:22
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isani aka mana Waaqa ufi imbeetani? Ammalle aka Lubbuuni Waaqa isani keesa teetu ufi imbeetani?


Wonti akasitiifi nu hojattu Waaqa woliini hojattu, isani oobru Waaqaati. Isanileeni Mana Waaqaati.


Aka nafi keesani mana Lubbu Qulqullo, ta Waaqi isanii kenne, ta isani keesa teetu imbeetani? Nafi keesani keesaniiniti, ammo ka Waaqaati;


Mani Waaqa, waan harkaani boch'ani ka worri Waaqa imbeenne kad'atuuni wolintaani? Nu Mana Waaqa jiruuti! Akuma Waaqi ufiini jed'e, Anini mana kiyya worra woliini jaarad'e worra woliini taa, anini Waaqa worraa tahe, worrileeni gumi tiyya taha.


aka Kristoni, garaa keesani keesati qubatu, maro d'ugefachatiifi. Anini inkad'ad'a, aka hiddafi yayabi keesani jaalala keesa tau,


Nami seera Waaqa gula deemu ch'ufti Waaqa keesa jira, Waaqileeni isa keesa jira. Kara kanaani aka Waaqi nu keesa jiru beenna, waan inni Lubbu ufi nuu kenneefi.


Kara kanaani aka d'uguma Waaqa keesa jirru ammalle aka Waaqi nu keesa jiru beenna: inni ya Lubbu ufi nuu kenne.


Nuleeni imbeenna, ammalle ind'ugefanna jaalala Waaqi nuu qabu. Waaqi jaalala, nami jaalalaani tau ch'ufti Waaqa keesa taa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ