Duri isani maro daba keesanitiifi, ammalle waan gosa d'ibi ta Seera qabanqaba jala injirre taataniifi dootani. Ammo amma Waaqi ya kristo woliini isani ijeese! Waaqi ya daba keenna ch'ufa nu araarame.
Gara malaika gumi Sardi waan kana t'aafi: Tunini dubbi nama lubbu Waaqa torbaafi urji torba harkaa qabu. Anini waan atini tolchitu imbeekha; atini maqa nama jiru qabda, ammo la doote.