Danieli 9:27 - KITAABA WAAQA27 Hayyichi suni nama heddu, haga ganna torba, wold'aqisa woliini tolfata. Ammalle ganna torbaani suni jiddu keesati inni soriofi waan Waaqaa baasani ch'ufa balleesa. Waan hamtu nama rifachiisa fiit'e Mana Waaqa gubba kayani, haga nama achi kaye suni baddini Waaqi kurfeesefi sunini d'aqabduti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |