Danieli 6:24 - KITAABA WAAQA24 Jennaani hayyichi, Jara Danieli hime kaani ch'ufa qaqaba jed'e, worraafi nad'eeni worraatifi ijoolle worrale ch'ufa qaqabani, goda nyeench'a keesati guurani. Ato worri hunda goda suni ingahiini nyeench'i worrati baafate nyaate lafeele ch'ach'abse hobaase. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Tanaafi wonti amma AABBO Waaqi jed'u tana: Isani yayu seera kiyya ch'absitani; isani nama gosa teesani balchuma kennuufi diddani. Hayye hataatu, aninileeni balchooma isanii kenna: balchoomi kunini ka woraanafi beelafi d'ukubaani isani hobaasu. Gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, yo waan anini isani tolchu agartu, irifati.