Danieli 5:11 - KITAABA WAAQA11 Lafa tante tana keesa nama tokoti jira, ka lubbu waaqoota qulqullo qabu. Gaafa abbaani kanke jiru inni aka qalbifi hubachafi qarooma waaqooti qabdu qabu ufi garsiise. Jennaani abbaani kanke, hayyu Nebukadrezani, gudda worra wo himutifi falfaltufi worra qaqaroofi worra ayyaana heddu isa tolche. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |