Danieli 3:28 - KITAABA WAAQA28 Hayyichi waan jed'e, Waaqa Shadrakatifi ka Meshekitifi ka Abednego faarsa! Inni malaika isaa erge, jara hojattu isaa ka isa d'ugeefate kana, baase. Worri lubbu ufi jibbaate seera kiyya ch'abse fulla gajed'e Waaqa isaani male waaqa d'ibi kad'atu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |