32 Mata isaa worqi mid'aadu ch'allaani mid'aasani — qomafi harka isaa qarsiini mid'aasani garaafi gudeeda isaa sibiila diimani mid'aasani;
Hojja inni akasi tolchu worri ha hayyu Babiloni goyeese waan jed'u: Hayyuuni nama dabsu ya bade, deebie nama indabsu!
Babilonini muduunu worqi, ta harka kiyya keesa jirtu, ta lafa ch'ufa macheesitu. Gochiti ch'ufti daad'i isi d'udde maraati.
miila isaa sibiila guraacha, faana isaa sibiila guraachafi faaraani mid'aasani.
Ee hayyicha, mukhi d'eerani jabaani suni si. Atini guddatte, guddinni kanke waaqa d'aqabe, jabeenni kankeleeni muumme lafa ch'ufaa gaha.
waan jed'e, Diri guddaani kunini ch'ufti Babiloniniti? Ka anini irre tiyyaani jaare, keesa qubad'e, guddinnaafi jabeenna kiyya garsiise.
Peresi lafa tante yayu gargari qoodani, worra gosa Meditifi ka Ajemiti kennani.
Niitiini woya diimtufi daalati uyifatte, miha worqitiifi d'akha mimid'aagafi dooqa naqatte. Mudunu worqi ta waan t'uri qaba qabduufi ta t'uri algalooma isii qabdu harkaa qabdi.