Danieli 11:24 - KITAABA WAAQA24 Inni tassa d'ufe, lafa dureeti had'e, waan ababooti isaa takaa intolchini tolcha. Duuba waan lola keesati boojie ch'ufa jara isaatini gargari qoodata. Inni mala d'aate dira jajaba had'a, ammo guyyaani isa ingababata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |