14 Jennaani nami hedduuni garagale finna hayyu lafa bitaa dida. Ammalle nami gosa teeti ee Danieli jajallaani, maro daayya argeefi garagale finna jalati bulu didda, ammo taatule worra inuma dabsatani.
Hayyichi lafa mirgaa deebie duula haga duri kaanile ira jiru kaasa. Gaafa guyyaani gahe, inni duula gudda muumme inqamne, ka miha lola ch'ufa qabuuni deebia.
Duuba hayyuuni lafa mirga kaani d'ufe dira jabeesani jaarani toko marse had'e qaba. Askartini lafa bita nyaapa ufiraa d'owu dad'abdi, askartini worraa jajannileeni ch'ufti humna d'aabdi.
Waaqati fed'i inni fed'u aka tolchani garaa worraa ke kaye, aka worri waan takaa tahe, jabeenna mohatuuni bineensaa kennu haga dubbini Waaqa guutamtuuti.