34 Hojja hid'ansa keesati nama ch'ach'arasani AABBO Waaqi imbeekha.
Inni waacha worra hid'aansa keesa jiru d'agaye, nama duisa iti murani gad'iisa.
AABBO Waaqi nama isaa ka gaaragala qabu d'agae, gumi isaa ta hid'aansa keesa jirtule inded'u.
Oanna nama hid'aansa keesa jiru ch'aqasi irre tante guddooni nama ijeecha iti murani baasi.
Nami dira ch'ufa balleese lafa ch'ufa aloo tolche kanuma? Nami nama boojie, tokole baasu dide, d'uguma kana?
Ammalle anini waan jara hid'aansa keesa jiruni jed'u, Ga baha! Worra dukana keesa jiruleeni waan jed'u, Ifsaati ga baha! Worri akuma hooliye gaareeni gubba oole, adaala kubii ch'ufa ira d'eeda.
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli hooliye nyeench'i had'e gargari firfirse fakaata. Qara hayyu Ashuruti worra had'e, eege hayyu Babiloni ka Nebukadreza jed'aniti lafele worraa annifata.
Inni laalefachafi d'ukubsacha namatiini d'ufu iraa ingammadu.
Hojja d'uga inni nu kenne nu d'owani, inni imbeekha.