Boha 1:8 - KITAABA WAAQA8 Amma gurri isi ya bade; isiini ya qulla buute ch'eerati hafte. Isiini waate ch'eeraafi fuula ufi d'ofatte. Yerusalemu ya daba hamani ufi t'ureesite. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Tanaafi wonti amma AABBO Waaqi jed'u tana: Isani yayu seera kiyya ch'absitani; isani nama gosa teesani balchuma kennuufi diddani. Hayye hataatu, aninileeni balchooma isanii kenna: balchoomi kunini ka woraanafi beelafi d'ukubaani isani hobaasu. Gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, yo waan anini isani tolchu agartu, irifati.