Bahisa 8:6 - KITAABA WAAQA6 Tanaafi Harunini bisaani Misiri ch'ufa harka ira olqabate, raachi gabaafate lafa Misiri ch'ufa guute. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini Harunini jettu, Ule tante fud'ad'u, bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufa ira olqabi, galaana taanaani, dambala taanaani, haro taanaani, fulla bisaani naqattu ch'ufa ira olqabi. Duuba bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufti d'iiga tahani. D'iigi sunini waan bisaani iti woraabani ch'ufa ka mukhaafi d'akhaani mid'aasani guuta.