Bahisa 7:3 - KITAABA WAAQA3 Ammo anini garaa Farao jabeese, duuba hojja anini akheekha kiyyafi waan mama heddu lafa Misiri keesati garsiisele, Faraoni si inch'aqasu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.