24 Worri Misiri ch'ufti bisaani d'uguu barbaada d'aatu galaana qote, waan bisaani galaana Misiri d'ugu dad'abaniifi.
Qurt'umileeni indodooti, galaanileeni inajaa, aka worri Misiri dandae bisaani dansa argate keesaa ind'unne.
Duuba inni kae worra ufiiti deebie waan kana garaati qabate womatu daru dide.
Haga AABBO Waaqi galaana d'ae bulti torba bulani.