Bahisa 7:1 - KITAABA WAAQA1 AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Anini Farao durati aka Waaqa si tolcha, oboleesi kanke Harunileeni, aka raaga kanketi, isati dubbata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Duuba inni nama erge Elisha yaame. Hojja suni Elishani jaarole keessuma tokooni woliini worra ufi jira. Ato namichi hayyuuni erge ind'ufini Elishani waan jaaroleeni jed'e me ilaala, hayyichi harka d'iiga kaani nama na ijeesu nati erguti jira! Amma yo nami suni armaani bahe, balbala iti ch'ufa, seenu d'owa. Hayyichileeni faanuma isaa jira.