Bahisa 6:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Amma waan anini Farao tolchu ingarta; inni irrumaani gosa Israeli lafa keesaa baasa, yokhaani irree jabduuni lafa ufii keesaa worra baasa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.