Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Bahisa 40:9 - KITAABA WAAQA

9 Duuba Waarofi miha isiile eebisi, d'ad'a qulqullooni muudi, aka isiini qulqullo taatu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Bahisa 40:9
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

atini waan dansaa jaalate waan hamtu jibbita. Tanaafi Waaqi kanke si fohate, hayyu d'ibi ch'ufa ira si muude si gammachiise. Woyaani tante qayyaafi qumbi d'oofti;


Inni ammalle d'ad'a muuda qulqulloofi hit'aana urgaa aarsani, ka aka qayya wolti makhani mid'aase.


waan sibiila diimani mid'aasani, ka mesa fakaata, ka sorio irati baasanifi gingilcha isaati, kalcho isaatiifi miha isaa ch'ufa; qori guddo bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitu;


Lubbuuni AABBO Waaqa isa gubba teete, qaroomafi beekhaafi qalbi namaani fidani isaa kenniti. Inni fed'i AABBO Waaqa beekhe isa guddise, isa sodaate,


AABBO Waaqi guddaani yayu lubbu isaatini na guute. Inni yayu na muude na erge, aka anini odu dansa hiyyeeyiti odeese, nama guddo garaani laalala qabu fayyise, nama hid'aansa keesa jiru ha hiikhaani jed'e, nama hid'anile hiikha.


Anini malaika nama mudamsiiftu ta si eeddu d'aatu te kaye. Atini gaara kiyya qulqullo gubbaa qubatte, d'akhaye ch'uch'ulut'u ira deemte.


Jennaani Musani d'ad'a muuda suni fuud'e, Waaro Woyyumatiifi waan kana ch'ufa AABBO durati eebise.


Guyya Musani ijaarsa Waaro Woyyuma hobaase, inni Waaro sunifi miha isii ch'ufafi waan sorio irati baasanifi miha isaale ch'ufa muude eebise.


Eegi Yesoni batiso argate, hojuma suni bisaani keesaa baanaani, gubbaani banamte, Lubbu Waaqa ta bifa sabaliisa qabdu, ta isa ira teetu arge.


Nami Waaqi erge suni dubbuma Waaqa ch'alla dubbata, waan Waaqi Lubbu ufi ch'ufa isaa kennuufi.


beesisa ufi nura kaye, ammalle Lubbu Qulqullo ufi nuu kenne, aka qabdo nuu taatu.


Gaargala keenna ch'ufa keesati nu qarqaara, aka nuleeni dandeenne nama gaargala qabu ch'ufa qarqaarru, qarqaarsa nu Waaqa ira arganne suniini.


Akasuma Musani Waarofi miha kad'acha ch'ufa d'iiga iti fifit'e.


Lubbu Qulqullooni ya isani muudani, tanaafi isaniini ch'ufti d'uga beetani.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ