Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Bahisa 40:10 - KITAABA WAAQA

10 Ammalle waan aka mesa ka sorio irati baasanifi miha isaa muudi eebisi, aka inni qulqullo tahu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Bahisa 40:10
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Akanaani waan kana ch'ufa eebisi qulqulleesi, aka isiini qulqullooftu; ammalle aka wonti waan suni tuqa ch'ufti qulqullo taatu.


Ammalle akasuma qori bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitule kara suniini eebisi.


Lubbuuni AABBO Waaqa isa gubba teete, qaroomafi beekhaafi qalbi namaani fidani isaa kenniti. Inni fed'i AABBO Waaqa beekhe isa guddise, isa sodaate,


AABBO Waaqi guddaani yayu lubbu isaatini na guute. Inni yayu na muude na erge, aka anini odu dansa hiyyeeyiti odeese, nama guddo garaani laalala qabu fayyise, nama hid'aansa keesa jiru ha hiikhaani jed'e, nama hid'anile hiikha.


Duuba inni d'ad'a kaani haga toko fuud'e, waan mesa fakaata kaani miha isaa ch'ufafi, qorifi waan isiini ira ejitule ch'ufati fifit'e, aka akasiini Waaqa durati eebise qulqulleesu.


Malaikaani waan jetteeni, Lubbu Qulqulloti siti d'ufa, jabeenni Waaqa Gudda siti gaadiseesa. Tanaafi daima qulqullo d'alatu sunini Ilma Waaqa jed'ani.


Maro worraatiifi anini ufi qulqulleesa, aka worri d'ugaani qulqullau.


Nami Waaqi erge suni dubbuma Waaqa ch'alla dubbata, waan Waaqi Lubbu ufi ch'ufa isaa kennuufi.


Ammo Waaqi ya Kristo Yesoni takaa isani tolche, ammalle ya Kristo qarooma keenna tolche; maro isaatiifi nu Waaqaani wolti araaramne, ya gumi Waaqaa taane, ya balcha taane.


Kristoni daba inqabu, ammo Waaqi maro teennaafi isaa daba tolche aka nu maro Kristotiifi d'uga Waaqa argannu.


Yesoni duuba Qaallu Gudda, ka fed'i teenna ch'ufa nuu guutu! Inni qulqullo, wollaalafi daba tokole inqabu; isa ya worra ch'ubbutiini gargari basaani, gubbati olgeesani.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ