7 Jennaani AABBO Waaqi, Harka kanke qomati deefad'i jed'eeni. Musani akasi tolche jennaani, yo inni gadi fud'ate, harki kaani fayye akuma nafa isaa kaaniti deebie.
Duuba Naamanini galaana Yordani d'aqe akuma Elishani jed'eeni kaani maro torba diqate fayye. Nafi isa qulqullae, mid'aage, nafa daima tahe.
AABBO Waaqi waan jed'e, Yo worri si d'ugefachu dide yokhaani akheekha qara kanale ind'ugeefatiini, hegeri ka eege kana ind'ugeefata.
Yesoni harka diriirfate, isa tuqe waan jed'eeni, Imfed'a, fayyi. Inni maro tokotu d'ukuba suni fayye.
Ato inni olla toko seenu jiru, nami kud'ani ka qomaat'a qabu isati d'ufe, fago ejaanje,
Me amma ilaala, Waaqi d'uga ana, ka d'ibiini injiru. Anini ijeese jireesa, madeese fayyisa, nami tokoleeni na indabsatu.