26 Jennaani AABBO waaqi Musa lubbu baase. Woni isiini, Atini naa d'iirsa d'iigaa jetteefi, maro qabanqaba suni qabdeefi.
Jennaani Ziporaani d'akha qara qabu fuute much'a isii qolofa iraa kute miila Musatiini tut'e waan jette, D'uguma, atini naa d'iirsa d'iigaati.
AABBO Waaqi waan Harunini jed'e, Beeni, lafa alooti d'aqi, Musa argi. Inni kae deeme, Musa fulla gaara qulqullooti arge d'ungate.