Bahisa 32:8 - KITAABA WAAQA8 worri yayu hurrise kara aada tiyya ta anini kenneefi iraa garagale worqi bassani tume jibicha mid'aase waaqa tolfate kad'ate sorio baaseefi waan woliini jed'e, Kuni waaqa keenna ka lafa Misiri keesaa nuu baase. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |