Bahisa 3:20 - KITAABA WAAQA20 Duuba anini harka kiyya iti olfud'ad'e worra Misiri d'ae waan mama jabdu iti tolcha. Eegi suni inni isani galakisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.