Bahisa 2:3 - KITAABA WAAQA3 Aka dandeete hagasi ira ind'ossine agarte jennaani dadu meellaani d'aani fuute waan aka hampetiini qaa ch'ufa duuchite, aka bisaani inseene, tolchite. Duuba gurba keesa keete ilaadu afaani galaanati baatu keesati d'ossite. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Lafa suni keesa jara ergani tokoti, jira, ka hobolo ilaaduni mid'aasanini bisaani galaana gubba yau. Isani, jari ergattu kunini, ka yoosu armaani bahe, kaa gala! Lafa teesani ta galaani gargari kute, ta gochiti jabduuni irre qabdu keesa teetu, ta nama d'ed'eera nafi qulqullicha, ka nami lafa ch'ufa sodaatu qabdu d'aamsa kanaani iti gala.