13 Boriyya achiti deebie worra Ebrania lama ka woli diduu jiru arge namicha fulla injirreeni waan jed'e, Maafi oboleesa kanke d'aanta?
Inni waan jed'eeni, Anini nama gosa Ebrania; ammalle anini AABBO Waaqa gubbaa, ka lafafi baariinile uume sodaad'a.