Bahisa 18:8 - KITAABA WAAQA8 Jennaani Musani waan Waaqi maro Israelitiifi worra Misiritiifi Farao tolche ammalle gaargala karaati worrati d'ufe Waaqi keesaa baasele sodda isaati haasae. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!