2 Duuba Yethrooni, soddaani Musa, intala isaa Zipora, ta Musani eegi fuud'e ufi jala galchefi
Duuba Musani worra namicha suni gale jennaani jaarsi suni intala isaa ta Zipora jed'ani Musaa kenne, inni isi fuud'e.