5 Guyya jaeeso torbaani ch'ufa keesa ha waan kana maro lama guuratani galataniini.
Duuba Musafi Harunini waan gumi Israelitini jed'ani, Galgala kana agartani, aka nami lafa Misiri keesaa isani baase AABBO Waaqa.