2 Amma worra Israeli ch'ufati dubbad'i waan jettuuni, Nami ch'ufti d'iirafi nad'eenileeni nama woliini jirtani faaya worqifi qarsiini mid'aasani iraa kad'ad'a.
Jennaani woya, qarsi, worqi faaya ch'ufa Rebekaa kenne. Ammalle miha dadansa oboleesa isiitiifi haad'a isiile kenne.
Waaqi akanaani ree abba keesani iraa fuud'e naa kenne.
Jennaani inni worra Israeli lafa suni keesaa baase dura deeme; worri ka qarsifi worqi baatu, ka fayyaafi jabeenna qabu, lafa suni keesaa bahe.
Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.
Anini worra Misiri isani saalfachiise, yo yaatanile harka duwa iyyaatani.
Ammo nad'eeni Israeli ch'ufti nad'eeni olla ufii ta Misiri, yokhaani keessuma mana isii keesa jirtu, d'at'e, woya, faaya nafaa ka worqifi qarsiini mid'aasani kad'atti. Duuba worri Israeli waan kana ch'ufa ilmaani isaaniti naqe, akasiini worra Misiri iraa wo boojia.
Anini, faaya worra ka worqi ch'ufaani koota jed'eeni, nami qabu ch'ufti guure natiini d'ufe. Anini duuba faaya kaani ibidati d'abbe jennaani jibichi kormaa kunini keesaa bahe.
Nami ch'ufti fed'i ufii gula d'iirafi nad'eeni taanaani, biinki barreesanifi qube gurratiifi qube qubatiifi faaya mormatiifi ammalle faaya worqile ch'ufa AABBO Waaqaa d'ufeeni.
Nama dansa horini isaa akhakhowani isale ind'aqaba, ammo horini ch'ubbicha ka nama d'ugaa taha.
Qarsifi worqileeni ch'ufti tiyyuma.
Anini hori kiyya waan fed'u intolchu? Yokhaani waan anini arja taheefi na qot'ifta?