Amosi 7:8 - KITAABA WAAQA8 Inni, Amosi, maani agarta? jed'e na gaafate. Anini waan jed'eeni, Haada mana jaaraniini qajeelchani arga. Jennaani inni waan naani jed'e, Anini haada kanaani, aka gumiini tiyya ta Israeli qajeela injirre, garsiisa. Anini deebie worraa araarame biraa indeemuufi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |