Amosi 6:2 - KITAABA WAAQA2 Dira Kalne d'aqa, ilaala; duuba arti yaa, dira Hamathi gudda d'aqa; ammalle arti yaa, dira Gathi, ka lafa Filisti keesa jirule, d'aqa. Worri suni worra Yudatifi ka Israeli kana ira jajaba? Lafti worraa lafa teesani ira guddo? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |