Amosi 5:13 - KITAABA WAAQA13 Gaafa suni nami woi beekhu qarooleeni inch'alisa, wonti akanatiifi bari suni hama! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nami fiit'a nama due suni, ka huji awaala isaa harkaa qabu, reefa isaa baate mana keesaa baheeni nama mana keesati hafe yaame waan jed'uuni, Nami eegeti si woliini hafe injira? Duuba nami hafe kaani waan jed'uuni, Hiyo, tokoleeni injiru. Jennaani namichi fiit'aa kaani waan jed'uuni, Afaani qabad'i, nu maqa AABBO Waaqa d'aule himmalle.