Amosi 3:2 - KITAABA WAAQA2 Gosa lafa keesa jirtu ch'ufa keesa anini isani ch'alla ufiti aanse qorqorad'e. Tanaafi anini maro ch'ubbu teesanitiifi gaargala keesani guddisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini worra gosa Misiritiifi ka Yudatifi ka Edomutifi ka Amonitifi ka Moabutifi worra lafa gamooji ka mata ufi gababse ch'iratu gaargalchu. Worri kunini ch'ufti aada gula qabanqaba qabata, ammo waan aadaani suni malteefi inguunne. Worra kanafi worri Israeli tokoleeni wold'aqisa kiyya injabeesine.