Amosi 1:13 - KITAABA WAAQA13 AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Amoni ya maro heddu ch'ubbu hojate, tanaafi anini nyaapa worra iraa ind'owu, iti lakisa. Wonti akanatiifi gaafa worri lafa d'ibi fed'ata nama had'e, nad'eeni lafa Gileadi ta garaacha qabdule garaa tarsaasani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |