2 Anini waan arge, kobli daalluma, machileeni nama yakiti.
Kobli hojja gari garaa hameennafa d'ossa, yo gammachu inqamne laalala ind'abdu.
Gammadi fayya sii kenna, ammo miira hameenni nafa si nyaata.