22 Wonti ch'ufti woma takaa; tanaafi anini, inni ch'ubbichafi ka ch'ubbu inqamnele imballeesa jed'a.
Gaargali atini na gaargalchitu kunini fulluma? Aki atini waan uumte tufatu kunini dansaa? Aki atini herega worra ch'ubbicha jaalatu fulluma?
Aka anini ch'ubbu inqamne, ka nami d'ibileeni dandae sii dura na imbaamne, atini imbeeta.
Harkuma keetiti supe na mid'aase, duuba amma harkuma sunini garagalte na balleesita?
Anini imbeekha, atini duuisati na geesu jirta, fulla nami ch'ufti d'aqu.
nami ch'ufti hobae biyyeeti deebia.
Inni waan jed'u, Ato nami d'uga Waaqa gula deemele woma imbaatufi.
Namicha fagi, waan biyya tanaani jettu, Waaqi waan jed'u, Goraade, goraade qarani bibilisani.