Aayubu 6:27 - KITAABA WAAQA27 Isani hit'a buufatani hiyyeeyi bitatani. Jaala keesani ka isaniti aanule dabsitani waan isaa nyaatani! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini qorsumafi isaniti d'ufa, ammalle anini maruma toko worra falfala tolchu taanaani, d'iirafi nad'eeni aada male wolti yaatu taanaani, nama d'ara d'ugeesu taataanaani, ch'ubbicha nama hojattu isaati hori baasu didu taanaani, nama haad'a hiyyeesatiifi hiyyeeyi dabsu taanaani, nama keessuma ulfeesu didu taanaani, ammalle nama ch'ufa ka na insodaanne, d'uga intahuufi.